Luke 17:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa isaan dhagge, isaaniin, “Dhaqa'aatii hayyootatti ifi mudhisa'a!” jedhe. Isaan adoo dhaqiisatti jiranuu fayyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra arginaani Yesoni waan jed'eeni, Beena, qaalole ufi agarsiisa. Ato kara yaanu fayyani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warra arginaan, “Beenaa, qaallolee ufi garsiisaa!” jedheen. Warrii ammoo adoo karaa yaa'uu fayyee qulqullaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa isaan arge, «Dhaqa'aatii gadootatti uf mudhisaa'a!» isaaniin jedhe. Isaanillee achi uduu dhaqa'aaran fayyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa isaan arge, «Dhaqa'aatii gadootatti uf mudhisaa'a!» isaaniin jedhe. Isaanillee achi uduu dhaqa'aaran fayyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee isaan laaleeti, «Deemaa! Qaama keessan qeesotatti muldhisaa!» isaaniin jedhe, Isaan'llee uduma deema'aa jiran, waashayinna isaanii irraa ni fayyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa isaan dhagge, isaaniin, «Dhaqa'aatii hayyootatti ifi mudhisa'a!» jedhe. Isaan adoo dhaqiisatti jiranuu fayyane.