Luke 17:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa tokochi akka fayye yenna dhagge, qonqo'oo guddo'oon Waaqa galateessaa, deebi'ee dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami toko aka fayye ufi arginaani, deebie qonqo guddooni Waaqa faarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namii tokko akka fayye ufi arginaan, qoonqoo guddoon Waaqaa faarsaa deebi'ee gara Yesus dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa tokko akka fayye hennaa arge, laagaa gudda'aan Rabbiin galatoonfata'aa deebi'ee dhufee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa tokko akka fayye hennaa arge, laagaa guddaa'an Rabbiin galateeffata'aa deebi'ee dhufee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa'llee tokko waashayinna isaa irraa fayyuu isaa yeroo argetti, qonqqa ol aana'aan Waaqa galateeffata'aa, ni deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa tokkochi akka fayye yennaa dhagge, qoonqoo guddo'oon Waaqa galateessaa, deebi'ee dhufe.