Luke 17:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Namooti kudhanuu fayyanee motii? Nami sagali meeti ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jed'e, Nami kud'ani imfayine? Sagalaani kaani me re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Namii kudhan hinfayyinee? Sagallan kaan me ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedhee gaafate, «Namoonni kudhanuu dhibee gogaa kukkutu irraa qulqullaayaniiranii mii? namoonni sagalii meeti ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana jedhee gaafate, «Namoonni kudhanuu dhibee gogaa kukkutu irraa qulqullaayaniiranii mii? namoonni sagalii meeti ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana ni jedhe, «Namoonni waashayinna irraa fayyan kudhan hin turree? Eegaa, sgilan eessa jiran?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Namooti kudhanuu fayyanee motii? Nami sagali meet ree?