Luke 17:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus namichaan, “Ol ka'ii deemi; dhugeeffannaan teeti si fayyitteerti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isaani jed'e, Olkai, beeni deemi, d'ugefachaani tante la si fayyifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus namichaan, “Ka'ii deem, dhugeeffachan tantee la si fayyiftee” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isaan akkana jedhe, «Amantiin kee si fayyiseeraa ka'ii deemi»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee isaan, «Amantaan kee si fayyiseera; ka'ii deemi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus nama saniin, «Ka'iitii deemi, amantiin kee si fayyisee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus namichaan, «Ol ka'ii deemi; dhugeeffannaan teeti si fayyitteerti» jedhe.