Luke 17:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra didiqqaa kana keessaa tokkocha guffachiisu'uu mannaa, dhakaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee abbaayaa guddo'otti adoo gatamee isaaf woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sila ira dansa yo daakha daakhu morma isaati hid'ani galaana keesa buusani, fulla inni worra didiqa kana gufachiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
fulaa innii warra didiqqa kana gufachiisuu, yo silaa dhakaa daakuu morma isaatti hidhanii galaana keessa buusan irra dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra didiqqaa kanniin keessaa tokko gufachiisu'uu mannaa dhagaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee galaanatti gatamuu isaa woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra didiqqaa kanniin keessaa tokko gufachiisu'uu mannaa dhagaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee galaanatti gatamuu isaa woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee mandhaawwan kanniin keessaa tokko gufachiisuu irra, dhagaan guddaan daakka'aa morma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisa'aa titti uduu gatamee isaa woyya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra didiqqaa kana keessaa tokkocha gufachiisu'uu mannaa, dhakaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee abbaaya'atti adoo gatamee isaaf woyya.