Luke 17:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle, ‘Ilaa, as jirti!’ yookiin, ‘Achi jirti!’ hin jedhu; sababille, mootummaan Waaqaa isin keessa jirti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani nami dandae, Kuno kana injed'u, yokhaani, Kuno suni injed'u. Wonti akanatiifi Finni Waaqa jiddu teesani ke jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
yokaan namii danda'ee, ‘Kunoo tana’ yokaan, ‘Kuunoo sun’ hinjedhu, wantii akkanatiif Mootummaan Waaqaa jidduu teessan keessa jirti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee, ‹Ila, as jirti!› yookaan, ‹Achi jirti!› hin jedhu; sababaan jeennanni Rabbii isin jidduu jirti» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee, ‹Ila, as jirti!› yookiin, ‹Achi jirti!› hin jedhu; sababaanillee jeennanni Rabbii isin jidduu jirti» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana, ‹kunoo, asi jirtti yookiin achi jirtti› ka jedhamtuu miti, kunoo, Mootummaan Waaqaa jidduu keessan jirtti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle, ‹Ilaa, as jirti!› yookiin, ‹Achi jirti!› hin jedhu; sababille, mootummaan Waaqaa isin keessa jirti» jedhe.