Luke 17:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Bara Nohiititti akkuma te'ee, bara Ilma Namaatittille akkasuma hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma bari Nuhu jiru, bari Ilma Namaleeni jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barii Nohii jiru, barii ilma namaalleen jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma bara Nohii ta'e san barri Ilma Namaallee akkasuma ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Akkuma bara Nohii ta'e san bara Ilma namaallee ammoo akkasuma ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma bifa bara Noohii ta'etti, Ilmi Namaa yeroo dhufetti akkuma bifa ta'ee titti Ilmi Namaa yeroo dhufutti'llee, akkanuma kana ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bara Nohiititti akkuma te'ee, bara Ilma Namaatittille akkasuma hin te'a.