Luke 17:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Looxi Sodoomii baye ammoo, ibiddii fi dhakaan bobe'u ol-gubba'aa roobee isaan maraa fixe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guyya Lutuuni Sodoma keesaa bahe, ibidafi dillooni aka ibida bobeetu gubba gadi roobde worra ch'ufa balleesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
guyyaa Loox Sodom keessaa ba'e ammoo, ibiddaa fi dilloon akka ibiddaa bobeettu Waaqaa keessaa itti gad roobdee warra cufaa balleessite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa Looxi Soodoomii baye ammo samii irraa ibiddi dhaga'aa ka bobayutu roobee isaan maraa balleesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaafa Looxi Soodoomii baye ammoo samii irraa ibiddi dhaka'aa ka bobayutu roobee isaan maraa balleesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Looxi Sadoomii guyyaa itti bayetti, Ibiddaa fi dinniin sami'ii roobee marumaa ni balleesse,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Loox Sodoomii baye ammoo, ibiddii fi dhakaan bobe'u ol-gubba'aa roobee isaan maraa fixe.