Luke 17:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
[Nami lamaan fichaa tokko keessa hin jiraata, tokkochi hin fudhatama, kuun ammoo hin hafa] ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama lamati oobru keesa jira: toko fuud'ani, kaani lakisani.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama lamaatti oobruu keessa jira, tokko fuudhaniitti kaan lakkisan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
[Namoonni lamaa qonna keessa taa'an; tokko hin fudhatama, ka lammeesso'oo ammo hin hafa]»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
[Namoonni lamaa qonna keessa taa'an, tokko hin fudhatama, ka lammaffa'aa ammoo hin hafa]»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni lamaan bakka qonnaa tokko ni hojjatan, tokko ni fudhatama, kuun ni hafa.»]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
[Nami lamaan fichaa tokko keessa hin jiraata, tokkochi hin fudhatama, kuun ammoo hin hafa] » jedhe.