Luke 17:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee tana jedhu, ‘Sagalee anaaf qopheessii, haga ani nyaadhee unutti woyaa teeti marxifadhuu anaaf ergami! Achiin duuba atille hin nyaata hin unta’ hin jedhaanii motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dandae injed'u, ammo, Hurrisi, kooti, sagale naa d'aabi, mart'ifad'u na golochi, haga anini gololfad'uuti; eegi suni nyaatte d'udda jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Danda'ee hinjedhu, ammoo, ‘Koottii, hurrisii sagalee qopheessii, naa keenni, haga anin nyaadhee dhugu marxiffadhuu na gololchi! Achiin duubaatti atilleen nyaattee dhuddaa’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbicha saniin, ‹Nyaata naaf qopheessi, haga ani nyaadhee dhugee ka'utti marxifadhuu na tajaajili; achiin maayessa atillee nyaattee dhuddaa› jedhaanii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbicha saniin, ‹Nyaata naaf qopheessi, haga ani nyaadhee dhugee ka'utti marxifadhuu na tajaajili achiin maayessa atillee hin nyaattaa hin dhuddaa› jedhaanii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra, ‹ka'i! Irbaata kiyya naaf qopheessi, haga nyaadhu fi haga dhugutti'llee, dhaabadhuutii ana tajaajili, kanaan duubatti ati ammoo ni nyaatta, ni dhugidda› jedhaanii mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee tana jedhu, ‹Sagalee naaf qopheessii, haga ani nyaadhee unutti woyaa teeti marxifadhuu naaf ergami! Achiin duuba atille hin nyaata hin unta› hin jedhanii motii?