Luke 18:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus barattooti isaa yennaa mara akka daadimatanuu fi daadimatiisa akka hin dadhane barsiisiisaaf mammaassa itti mammaakee:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, aka nami guyya ch'ufa Waaqa kad'achu illakimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus akka namii guyyaa cufaa Waaqaa kadhachuu hinlakkimne, mammaassa kana warratti himee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus isaan uduu hin hifanne hennaa maraa akka Rabbiin kadhatan akkana jedhee mammaakaan isaanitti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus uduu hin hifatin hennaa maraa akka faateffatan mammaaka akkana jedhee isaanitti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus uduu hin hifatin yeroo mara kadhachuu akka qaban barsiisu'uuf, fakkeenna kana isaanitti ni hime,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus barattooti isaa yennaa mara akka daadimatanuu fi daadimatiisa akka hin dadhanne barsiisiisaaf mammaassa itti mammaakee: