Luke 18:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami lamaan daadimatiisaaf gara Galma Waaqaa dhaqe: tokkochi Farisaayicha, kuun namicha qaraxa guuru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lama Mana Waaqa olduude aka Waaqa kad'atu; toko Farisayo, kaani nama damoosa guuru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii lama Waaqaa kadhachuuf Mana Waaqaa olduude, warrii namicha fariisicha tokkoo fi namicha qaraxa guuru tokko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoonni lamaan Rabbiin kadhachu'uuf gara mana woyyu'uu dhaqan. Isaan keessaa tokko Fariisicha; kuun ammo ka qaraxa guuru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni lamaan faateffachu'uuf gara mana woyyu'uu dhaqan. Isaanillee tokko Fariisicha kuun ammoo ka qaraxa guuru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Namoonni lamaa kadhanna'aaf gara Mana Waaqeffanna'aa ni deeman, tokkochi Fariisayicha yoo ta'u kuun ammoo ka qaraxu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami lamaan daadimatiisaaf gara Galma Waaqaa dhaqe: tokkochi Fariisaayicha, kuun namicha qaraxa guuru.