Luke 18:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayichi qofuu dhaabbatee, ‘Waaqayyo, ani akka worra dhibi'ii: saantuu, jallaammeessa, gaarayyeffataa, yookiin keessattuu akka namicha qaraxa guuru kanaa, waan te'uu dhabeef si galateeffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Farisayo kaani koba ejate garaa ufi keesati Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee Waaqa, anini sabdiniti, d'ara indubbad'u, algalooma indeemu, yokhaani aka namicha kana ka damoosa guuru injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii Fariisichii kaan kophaa ejjee garaa ufii keessatti Waaqaa kadhatee, ‘Ee'ee Waaqa, anin waan akka nama dhibii, saamtuu, jallaa, shaarmuxa, yokaan akka namicha qaraxa guuruu kana hinta'iniif si galateeffadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisichi ka'ee dhaabatee waan yaada garaa ufii akkana jedhee Rabbiin kadhate. ‹Rabbii kiyya! ani akka namoota kaawwanii akka worra saamtotaa, hamootaa, worra seebaru, yookaan akka namicha qaraxa guuruu kana waan hin taaneef si galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisichi ka'ee dhaabatee waan yaada garaa ufii akkana jedhee faateffate. ‹Rabbii kiyya, ani akka namoota kaawwanii akka worra saamtotaa, hamootaa, worra seebaru, yookaan akka namicha qaraxa guuruu kana waan hin taaneef si galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Farisaayichi dhaabatee onnee isaa titti akkana jechu'uun ni kadhate, ‹yaa Waaqa! Ana akka namoota kaanniinii saamitticha, hamaa, sagaagalaa waan hin ta'iniif, si galateeffadha.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayichi qofuu dhaabbatee, ‹Waaqa, ani akka worra dhibi'ii: saantuu, jallaamessa, gaarayyeeffataa, yookiin keessattuu akka namicha qaraxa guuru kanaa, waan te'uu dhabeef si galateeffadha.