Luke 18:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Torbaan keessatti yennaa lamaan laama; waan dhaggadhu mara keessalle'ee kudhan keessaa tokko si'iif kenna’ jedhee daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Torbaani toko keesa maro lama agaba, waan argad'e ch'ufa keesaa qooda sii baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Torbaan tokko keessatti marroo lama agaba, waan argadhu cufaa keessaa qooda kudhaneessoo sii baasa’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Torbaan keessatti guyyaa lama sooma; waan argadhu maraa irraa kudhan keessaa tokko kennaa kenna› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Torbaan keessatti guyyaa lama sooma, waan argadhu maraa irraa kudhan keessaa tokko kennaa kenna› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani torbaanitti guyyaa lamaa ni sooma, woma kamiin mara keessaayyuu kudhan keessaa harka tokko baasee ni kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Torbaan keessatti yennaa lamaan laama; waan dhaggadhu mara keessalle'ee kudhan keessaa tokko si'iif kenna› jedhee daadimate.