Luke 18:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi qaraxa guuru sun ammoo, fagaatee dhaabbatee, gara ol-gubba'aalle adoo hin ilaalin, qoma dhodhowataa, ‘Waaqayyo, ana cubbicha marari!’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi damoosa guuru kaani fago ejate, ila lafa buuse lape qabate waan jed'e, Waaqa naa nahi, anini dabdicha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii qaraxa guuruu kaan ammoo, fagoo ejjee, ila lafa buusee laphee qabatee, ‘Anin cubbichaa Waaqaa naa nahi!’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi qaraxa guuru sun ammo fagoo dhaabatee ija ufiitiin gara sami'ii ol laaluu sodaatee, ‹Waaqa kiyya! Ani nama cubbama'aa naa araarami!› jedhee laphee ufii dhaya'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi qaraxa guuru sun ammoo fagoo dhaabatee ija ufiitiin gara sami'ii ol laaluu sodaatee, ‹Waaqa kiyya! Ani nama cubbama'a naa araarami!› jedhee laphee ufii dhaya'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Qaraacichi garuu fagoo dhaabateeti, ol jedhee gara sami'iituu laalu'uufuu hin uggine, garuu harka isaatiin laphee isaa dhaya'aa, ‹yaa Waaqaa kiyya! Ana cubbamaa kana marri!› ni jedha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi qaraxa guuru sun ammoo, fagaatee dhaabbatee, gara ol-gubba'aalle adoo hin ilaalin, qoma dhodhowataa, ‹Waaqa, na cubbicha marari!› jedhe.