Luke 18:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus harka ifiitiin qaqqabee akka eebbisuuf namooti gariin daa'immaan gara isaa fidane. Barattooti isaa yennaa tana dhaggane, xixanee isaan dhooggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti ijoolle didiqo isaatiini d'ufte aka harka ira kaye eebisu. Ammo jari isaa waan kana arginaani d'owe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Yesus harka isa irra kaa'ee eebbisu biyyitii ijoollee didiqqoo isaattiin dhuftee, jarii isaa ammoo waan kana arginaan dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonnillee akka inni harka ufiitiin qaqqabee isaan eebbisuuf daa'imman gara Yesuusii fidan. Darasoonni isaa ammo waan kana arganii xixanii isaan dhooggan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonnillee akka inni harka ufiitiin qaqqabee isaan eebbisuuf daa'imman gara Yesuusii fidan. Darasoonni isaa ammoo waan kana arganii, xixanii isaan dhooggan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akka isaan qaqabuuf namoonni daa'imman gara isaa ni fidan, barattoonni isaa'llee kana yeroo arganitti namootatti ni baanatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus harka ifiitiin qaqqabee akka eebbisuuf namooti gariin daa'immaan gara isaa fidane. Barattooti isaa yennaa tana dhaggane, xixanee isaan dhooggane.