Luke 18:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima, eennulle ka mootummaa Waaqaa akka daa'imaa hin fudhanne, ijjumaa itti hin galu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma waan anini isaniini jed'u, Nami Finna Waaqa aka ijoolle didiqo imfud'anne haguma jiru inargatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaan isanitti himaa, namii Mootummaa Waaqaa akka ijoollee didiqqoo hinfudhannee haguma jiru hinargatu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha, eennullee ka jeennata Rabbii akka daa'imaatitti hin fudhanne maruu sirimaa hin galu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha, eennullee jeennata Rabbii akka daa'imaatitti ka hin fudhanne, sirimaa hin galu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha! Mootummaa Waaqaa akka daa'imaa titti naminni ufitti hin fudhatiniin, itti hin aseenu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima, eennulle ka mootummaa Waaqaa akka daa'imaa hin fudhanne, ijjumaa itti hin galu» jedhe.