Luke 18:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi deebisee, “Kana maraa ijoollumma'aan jalqabee eeggadheera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa haguma ijoollumati ya guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, “Waan kana cufaa haguma ijoollummaa tiyyaatii jalqbee ya guute” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee deebisee, «Ani waan kana maraa ijoollummaa kiyya irraa jalqabee eegeera» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichillee deebisee, «Ani waan kana maraa ijoollummaa kiyya irraa jalqabee eegeera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi'llee, «Ajajoota kanniin daa'imummaa kiyyaa jala qabee eeggadhee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi deebisee, «Kana maraa ijoollumma'aan jalqabee eeggadheera» jedhe.