Luke 18:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi ammoo yennaa tana dhage'e, guddoo dureessa waan te'eef, guddoo gadde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan kana d'ageennaani namichi guddo laalefate, waan inni guddo dureesatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii ammoo waan guddoo dureessa ta'eef waan kana dhageennaan guddoo laaleffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo haga kana dhagayeen maayessa dureessa waan ta'eef guddisee gadde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo haga kana dhagayeen maayessa dureessa waan ta'eef, guddisee gadde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi garuu haalaan dureessa waan tureef, kana yeroo dhagayetti haalaan ni gadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi ammoo yennaa tana dhage'e, guddoo dureessa waan te'eef, guddoo gadde.