Luke 18:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka namichi gadde dhaggee, “Worra dureeyyi'iif mootummaa Waaqaatitti galuun attam atam rakkisa'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan kana arginaani waan jed'e, Aka dureeyiini Finna Waaqa argattu guddo jabaatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan kana arginaan, “Dureeyyiin Mootummaa Waaqaa argachuun guddoo jabduu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akka inni guddisee gadde argee, akkana jedhe, «Worra dureeyyi'iif jeennata Rabbii galuun attamitti rakkisa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akka inni guddisee gadde argee, akkana jedhe, «Worra dureeyyi'iif, jeennata Rabbii galuun attamitti rakkisa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee namichi akka gadde argee akkana jedhe, «Dureesstootaaf gara Mootummaa Waaqaa titti aseenuun attam rakkisa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka namichi gadde dhaggee, «Worra dureeyyi'iif mootummaa Waaqaatitti galuun attam attam rakkisa'a!