Luke 18:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan, nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galiisaan irra, gaalli qowa liimoo keessa hulluuqiisatti irra kaso'o” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaala qaa lime seenuti ira laaftu, fulla dureesi Finna Waaqa argatu ira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
fulaa dureeyyiin Mootummaa Waaqaa argattuu yo gaalii qaa'a limmee keessaan dabre irra laaftuu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaalawa limmo'oo keessa hulluuqu'utu irra salpha'a» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dureessi gara jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaalawa limmo'oo keessa hulluuqutu irra salpha'a» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni dureessi gara Mootummaa Waaqaa titti aseenuu irra, gaalli qaawwa marfe'eetiin uduu dabrreetii saphaa ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan, nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galiisaan irra, gaalli qowa limmo'oo keessa hulluuqiisatti irra kaso'o» jedhe.