Luke 18:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri kana dhage'e, “Yoona eentu fayyuu dande'a ree?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'agaye kaani waan jed'eeni, Eentu baafamu dandaa re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhaga'e kaan, “Eentu baafamuu danda'a ree?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan kana dhagayan, «Eegasuu eentu ooluu danda'a ree?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri waan kana dhagayan, «Eegasuu eentu fayyuu danda'a ree?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni kana dhagayan, «Eegaa haala kana irraa eennutu fayyu'uuf dandda'a ree?» ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kana dhage'e, «Yoona eentu fayyuu dande'a ree?» jedhee gaafate.