Luke 18:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Wonni namaaf hin dande'ane Waaqaaf hin dande'anti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan worraani jed'e, Wonti namaani intaane Waaqaani intaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, “Wantii namaan hintaane Waaqaan intaati” jedhee warraa deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Wonti namaaf hin danda'amne Rabbiif hin danda'ama» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Wonti namaaf hin danda'amne Rabbiif hin danda'ama» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Nama biratti wonitti hin dandda'aminne, Waaqaa biratti ni danda'ama» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Wonni namaaf hin dande'ane Waaqaaf hin dande'anti» jedhe.