Luke 18:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Pheexroos, “Kunoo, nuuti qe'ee teenna lakkinnee si hordonneerra” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'e, Ilaali, nu yayu waan ch'ufa lakimne si gula yaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros isaan, “laal, nu ya waan cufa lakkimnee si gula yaanee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosillee, «Kunoo, nu waan maraa dhiifnee si faana deemneerra» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee, «Kunoo, nu waan maraa dhiifnee sifaana deemneerra» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Kunoo, nu'u waan qabnnu maraa dhiifinnee si horddofinnee jirra» ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Pheexroos, «Kunoo, nuuti qe'ee teenna lakkinnee si hordonneerra» jedhe.