Luke 18:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ani dhugumaan isinitti hima, nami mootummaa Waaqaaatiif jedhee, mana yookiin obboleeyyan yookiin hadhaa fi abbaa yookiin ijoollee ifii lakkisse,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma waan anini isaniini jed'u, Nami mana yokhaani niiti yokhaani oboleyaani yokhaani abbaafi haad'a yokhaani ijoolle ufi, maro Finna Waaqati jed'e lakise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo warraan, “Anin dhugumaan isanitti himaa, Namii marroo Mootummaa Waaqaatii jedhee mana yokaan niitii, obboleeyyan yokaan haadhaa abbaa yokaan ijoollee ufii, lakkisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Ani dhugamaan isiniin jedha, namni waan jeennata Rabbiitiif jedhee ka mana ufii, maatii ufii, obboleeyyan ufii, haadhaa fi abbaa yookaan ijoollee ufii dhiise,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Ani dhugamaan isiniin jedha, namni waan jeennata Rabbiitiif jedhee, mana ufii, maatii ufii, obboleeyyan ufii, haadhaa fi abbaa yookiin ijoollee ufii ka dhiise,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, waayee Mootummaa Waaqaatiif jedhee mana isaa, yookiin haadha worraa isaa, yookiin obboleeyyan isaa, yookiin maatii isaa, yookiin ijoollee isaa naminni dhiisu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani dhugumaan isinitti hima, nami mootummaa Waaqaatiif jedhee, mana yookiin obboleeyyan yookiin haadhaa fi abbaa yookiin ijoollee ifii lakkise,