Luke 18:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
bara jiruu tanaatitti dachaa hedduu caalchisee hin fudhata; bara jiruu dhuttuutittille jiru bara baraa hin fudhata” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammatitana waan guddo hagasi iraa argata, eege tanale jireenna hegeri argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammaantana waan guddoo hagas irraa argata, eegii tanaallee jireenna barbaraa argata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara kanaa fi adunyaa dhuftutti eennullee ka dachaa hin arganne hin jiru» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara kanaaf adunyaa dhuftutti eennullee ka dachaa hin arganne hin jiru» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
amma biyya lafaa kanatti dachaa baayi'e'een ni fudhata, biyya lafaa ka dhufutti'llee, jireenna bara baraa ni arigata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bara jiruu tanaatitti dachaa hedduu caalchisee hin fudhata; bara jiruu dhuttuutittille jiru bara baraa hin fudhata» isaaniin jedhe.