Luke 18:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni harka worra Yihudoota hin te'iniititti dabarfamee hin kennama. Isaan itti hin taphatan, hin arrassan, ittille hin tufan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka nyaapati isa kennani, goyeesani arabsani, hanch'ufa iti tufani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warii garii isa qabee harka warra Yihudii hinta'initti kennee, gooyyessanii, arrabsanii, hancufa itti tufanii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma Namaa worra Yihuudota hin taaneef dabarsanii hin kennaniin, isaanillee itti baldan; asii fi achi daddarba'aa itti tufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilma namaa worra Yihuudota hin taaneef dabarsanii hin kennaniin, isaanillee itti baldan asii fi achi daddarba'aa itti tufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee ummata Waaqaa dhuga'aa titti hin amanneef dabarffamee ni kennama, isaan'llee itti ni baldan, ni arrabsaniin, itti'llee ni tufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni harka worra Yihudoota hin te'iniititti dabarfamee hin kennama. Isaan itti hin taphatan, hin arrassan, ittille hin tufan.