Luke 18:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhaananeen duuba hin ijjeesan, guyyaa sadiin duuba ammoo du'aa hin ka'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lichooni d'aanani ijeesani, ammo guyya sadeeso duisa keesaa kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
lichoon dhaananii ijjeessanii, innii ammoo guyyaa sadeessoo du'a keessaa ka'a” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isa dhaananiin maayessa hin ajjeesan; guyyaa sadeesso'ootitti hin ka'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga isa dhaananiin maayessa hin ajjeesan, guyyaa saddaffa'aatitti hin ka'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega isa dhaananiin duubatti'llee ni ajjeesaniin, garuu guyyaa sadaffaa titti du'aa ni ka'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaananeen duuba hin ijjeesan, guyyaa sadiin duuba ammoo du'aa hin ka'a» isaaniin jedhe.