Luke 18:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Yeriko'otti yennaa dhikaate, namichi ballaan tokko karaa qarqara tee'ee kadhatiisatti jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Yerikoti d'iaannaani namichi ballaani toko d'aatu kara tae wo kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus Yerikootti dhi'aannaan namichii ballan tokko dhaattuu karaa taa'ee wa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa gara Iyyaariko'oo dhiyaate namichi ijaan hin argine tokko karaa irra taa'ee kadhata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa gara Iyaarikoo dhiyaate namichi ballaan tokko karaa irra taa'ee kadhata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara Iyaariko'oo yeroo dhiyaatetti jaamaan tokko kennaa kadhachu'uuf karaa bira taa'ee jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Yeriko'otti yennaa dhikaate, namichi ballaan tokko karaa qarqara tee'ee kadhatiisatti jiraayyu.