Luke 18:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin cinaa isaatiin dabartuun dhage'ee, waan te'isatti jiru gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi guddo dabartu d'ageennaani, Kunini maal? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii guddoo karaa suniin dabartu dhageennaan, “Maalti akkana ta'uu jira?” jedhee warra dabruu jiru gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka namoonni baay'een karaa san irra lufa'aaran dhagayee, «wonti kun maal?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akka namoonni baay'een karaa san irra lufa'aaran dhagayee, wonti kun maal? jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa biraan ni dabrran ka turan qoonqqa namoota baayi'e'ee yeroo dhagayetti'llee, «Kun maali'i?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin cinaa isaatiin dabartuun dhage'ee, waan te'iisatti jiru gaafate.