Luke 18:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Yesuusii nama Naaziretiititti asiin dabariisatti jira” jedhane itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'aniini, Yeso Nazaretiti kara kana gula deemu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii itti himee, “Yesus Naazireetiitti karaa kana gula dabruu jira” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Yesuusii Naazireeti'iititu karaa kana lufa'aara» jedhanii itti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Yesuusii Naazireetiititu karaa kana lufa'aara» jedhanii itti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee, «Kunoo! Yesusiin Naazireetii karaa kanaan dabrra'aati jira» jedhanii, itti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Yesuusii nama Naaziretiititti asiin dabariisatti jira» jedhane itti himane.