Luke 18:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni, “Yesuus, Ilma Daawwitii na marari!” jedhee iyye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni lalabe waan jed'e, Yeso, Ilma Daudi, naa nahi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii lallabee, “Yesus ilma Daawitii, naa na'i!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Yesuus! Ilma Daawitii na maari!» jedha'aa iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Yesuus, Ilma Daawitii na maari!» jedha'aa iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti ijaan jaamchi, «Ilma Daawiitii yaa Yesus! Yabo'oo ana marri!» jedha'aa ni iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni, «Yesuus, Ilma Daawitii na marari!» jedhee iyye.