Luke 18:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan mura'aa yennaa hedduu wo godhuu dide; duuba ammoo, ‘Waaqa sodaa yookiin nama ulfeessuu yoo dhabelle,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya heddu dide, ammo eege garaa ufi keesati waan jed'e, Ato anini Waaqafi namale sodaachu, baad'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa hedduu didee, eegee ammoo garaa ufii keessatti, ‘adoo Waaqaa fi namaallee sodaachuu baadhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin guyyaa hedduu isatti deddeebitee inni ammo murtee isi'ii kennuu hin barbaanne. Achiin maayessa ammo inni yaada ufii keessatti, ‹Rabbiinillee yoo hin sodaanne, namallee yoo hin saalfanne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin guyyaa hedduu isatti deddeebitee, inni ammoo murtee isi'ii kennuu hin barbaanne. Achiin maayessa ammoo inni yaada ufii keessatti, ‹Yoo Rabbiinillee hin sodaanne, namallee hin saalfanne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee murtii uduu isi'ii hin kennin yeroo baayi'ee ni ture, maa'ii garuu akkana jechu'uun ni yaade, ‹yoma Waaqa'llee sodachuu, nama'llee saalfachuu yoo dhabaadhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan mura'aa yennaa hedduu wo godhuu dide; duuba ammoo, ‹Waaqa sodaa yookiin nama ulfeessuu yoo dhabelle,