Luke 18:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dhaabbatee, namicha ballaa san gara isaa akka fidanuuf ajaje. Yennaa inni itti dhikaate,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni miila d'aabate, Natiini koota jed'e, Inni d'umnaani Yesoni waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus miila dhaabatee, “Nattiin koottaa!” jedhee, innii dhumnaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee dhaabatee namicha ijaan hin argine gara isaa akka fidan ajaje. Hennaa gara isaa dhiyaate,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee dhaabatee, namicha ballaa gara isaa akka fidan ajaje. Hennaa gara isaa dhiyaate,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus dhaabateeti, «Gara kiyya asi fida'aanii!» jedhee ni ajaje. Ijaan jaamchi'llee gara isaa yeroo dhufetti, Yesus akkana jechu'uun ni gaafateen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dhaabbatee, namicha ballaa san gara isaa akka fidanuuf ajaje. Yennaa inni itti dhikaate,