Luke 18:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus “Maan akka ani si'iif godhu barbaadda?” jedhee isa gaafate. Inni deebisee, “Goottaa kiyya, ani akka dhaggu barbaada” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ana maani si tolchu feeta? Inni waan jed'eeni, Aabbo, lafa argu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anaa maan sii tolchu feeta?” jedhee gaafate; innii deebiseefii, “Aabboo lafa arguu fedha” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Innillee deebisee, «Gooftaa kiyya! arguu barbaada» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Innillee deebisee, «Gooftaa kiyya, arguu barbaada» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Maal akka si taasisuuf barbaadda?» Ijaan jaamaan'llee, «Yaa Gooftaa! Argu'uuf ni barbaada» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus «Maan akka ani si'iif godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Inni deebisee, «Goottaa kiyya, ani akka dhaggu barbaada» jedhe.