Luke 18:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san dhaggee, Waaqa galateeffataa Yesuus hordofe. Gumiin sun martinuu yennaa tana dhaggite, Waaqa galateessite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni lafa arge, Yeso gula deeme Waaqa guddise. Nami ch'ufti arginaani Waaqa faarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun lafa argee, Yesus gula deemee Waaqaa galata galchee, namii cuftii arginaan Waaqaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaa yoosuu argitee namichi Rabbiin galatoonfata'aa Yesuusiin faanaa deeme. Gumiin sun maruu haga waan kana argan Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji isaallee yoosuu argitee, Innillee Rabbiin galateeffata'aa Yesuusiin faanaa deeme. Gumiin sun maruu haga waan kana argan Rabbiin galateeffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namihci ijaan jaamaa'llee bakkumatti argu'uuf ni danda'e, Waaqa'llee galateeffata'aa Yesusiin horddofuu jala ni qabe, ummanni marri'llee kana yeroo arganitti, Waaqa ni galatteefatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san dhaggee, Waaqa galateeffataa Yesuus hordofe. Gumiin sun martinuu yennaa tana dhaggite, Waaqa galateessite.