Luke 18:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haati hiyyeessaa tun ittuma waan na rakkittuuf, akka isiin yennaa mara dhufaa ana hin hifachiinne isi'iif hin mura’ jedhee ifiin dubbate” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan niitiini tuni na gaargalchitufi anini dubbi isii inqora, aka isiini hojja ch'ufa d'ufte na ingaargalchine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan niitiin tun na gaargalchituuf, akka isiin yo cufa dhuftee na hingaargalchine anin dubbii isii inqora’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati hiyyeessaa tun waan na dadhabsiiftuuf hennaa maraa dhufa'aa akka na hin rakkifne hin murteessaaf› » jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haati hiyyeessaa tun waan na dadhabsiiftuuf hennaa maraa dhufa'aa akka na hin rakkifne hin murteessaaf› » jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haati hiyyeessaa tun waan ana gilndifitteef ni murteessaaf, yoo kana ta'uu dhabaate garuu yeroo maraa dedeebi'aa, ana hifachiiftti› jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haati hiyyeessaa tun ittuma waan na rakkittuuf, akka isiin yennaa mara dhufaa na hin hifachiinne isi'iif hin mura› jedhee ifiin dubbate» jedhe.