Luke 18:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus namoota garii ka balchoolee ifi seyanee, worra kaan tuffatanutti, mammaakee:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni mammaasa kana jara gari ka ufi d'ugefate qulqullo ufi sehe biyya tuffatuti hime waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mammaassa kana jara garii ka ufii dhugeeffatee qulqulloo ufi sehee biyya tuffatuutti himee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus namoota qajeellummaa ufiititti amananii, kaawwan ammo guddisanii worra tuffataniin akkana jedhee mammaakaan kana itti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus namoota qajeellummaa ufiititti amanan worra kaawwan ammoo guddisanii worra tuffatan akkana jedhee mammaakaan kana itti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus nu qulqullaayota jedha'aa worra dhaadatanii fi kaanniin namoota tuffataniif, fakkeenna kana ni dubbate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus namoota garii ka balchoolee ifi seyanee, worra kaan tuffatanutti, mammaakee: