Luke 19:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa ka bade barbaadee fayyisiisaaf dhufeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Ilmi Nama ka bade barbaade baasu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif ilmii namaa ka bade barbaadee baasuu dhufe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Namaa worra bade soqee fayyisu'uuf dhufeera» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi Namaa worra bade soqee fayyisu'uuf dhufeera» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa ka dhufeef ka bade barbaadu'uu fi fayyisu'uuf» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa ka bade barbaadee fayyisiisaaf dhufeera» jedhe.