Luke 19:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo isaan tana dhage'iisatti jiranuu, Yesuus Yerusaalemitti waan dhikaateeruuf, sababa kolbaan mootummaan Waaqaa yennuma san waan mudhattu seetertuuf, itti mammaakee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan kana d'ageennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, maro inni Yerusalemuti d'iaateefi, ammalle waan worri waan Finni Waaqa d'iotu mullatu seheefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo warrii dubbii isaa dhaga'uu jiruu, Yesus waan Yerusaalemitti dhi'aateef, ammallee waan warrii waan mootummaan Waaqaa yoosuma mullattu se'eef mammaassa kana warratti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu isaan kana dhagaya'aaran Yesuus Yerusaalemitti waan dhiyaateeruuf, sababa namoonni jeennanni Rabbii ammuma waan gaye waan isaanitti fakkaateef mammaaka akkana jedhee isaanitti mammaake.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu isaan kana dhagaya'aaran Yesuus Yeruusaaleemitti waan dhiyaateeruuf, sababa namoonni jeennanni Rabbii ammuma waan gaye waan isaanitti fakkaateef mammaakaan akkana jedhee isaanitti mammaake.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uduma namoonni kana dhagayu'utti jiran Yesus fakkeenna tokko dabalee isaanitti ni hime, inni gara Yerusaalemii waan dhiyateef namoonni Mootummaan Waaqaa ammumaan tana waan muldhattu, isaanitti fakkaatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan tana dhage'iisatti jiranuu, Yesuus Yerusaalemitti waan dhikaateeruuf, sababa kolbaan mootummaan Waaqaa yennuma san waan mudhattu seeteertuuf, itti mammaakee,