Luke 19:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami ulfinnaa tokko mootii te'ee deebi'iisaaf, biyya fago'oo dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni waan jed'e, Namicha guddaani toko imaltu lafa fago d'aqe, aka hayyuma argate deebiu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Yesus, “Namichii guddaan tokko akka hayyooma argatee deebi'u imaltuu lafa fagoo dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi fiixaa mooti'ii tokko muudamee mootii ta'ee deebi'uuf biyya fagoo dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi fiixaa mooti'ii tokko muudamee mootii ta'ee deebi'uuf biyya fagoo dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus akkana ni jedhe, «Aangoo nugusumma'aa fudhatee deebi'u'uuf gara biyya fago'oo ka deeme, nama aangoo qabu ol aanaan tokkotu jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami ulfinnaa tokko mootii te'ee deebi'iisaaf, biyya fago'oo dhaqe.