Luke 19:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni tajaajiltoota ifii keessaa kudhan waamee, saantimii worqi'ii kudhan itti kennee, ‘Haga ani deebi'utti daddala'aatii bu'aa buusa'a’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojattu ufi kud'ani yaame namu shilingi kunki toko iti keenne waan jed'eeni, Hori kanaani daldala, haga anini galuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hojjattotaa ufii kudhan yaamee namuu qarshii kuma tokkoo itti keennee, ‘Haga anin galuutti horii kanaan daldala’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun hojjattoota ufii keessaa nama kudhanii waamee, ‹Haga ani deebi'ee dhufuuf ittiin daldalaa'a› jedhee saantibii worqi'ii kudhan isaanitti kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi sun hojjattoota ufii keessaa nama kudhanii waamee, ‹Haga ani deebi'ee dhufuuf ittiin daldalaa'a› jedhee saantibii worqi'ii kudhan isaanitti kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni'llee deemuu isaatiin duranatti tajajilttoota keessaa kurnnan waamee tokko tokkoo isaaniitiif, saantibii worqqi'ii kudhan isaanii kenneeti, ‹deebi'ee haga dhufutti qarshii kanaan daldalaa!› isaaniin ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tajaajiltoota ifii keessaa kudhan waamee, saantimii worqi'ii kudhan itti kennee, ‹Haga ani deebi'utti daddala'aatii bu'aa buusa'a› jedhe.