Luke 19:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan duraa dhufee, ‘Gootta'a, saantimii worqi'ii ta ati anatti kenniteen, saantimii worqi'ii harka kudhaan buufadheera’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi qara d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, shilingiini tante la maro kud'ani d'alte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii qaraa dhufee, ‘Aabboo, qarshii tantee ta atin na kenniteen hojjadhee la marroo kudhan dhalte’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi duraa dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen kudhan bu'aa buuse› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi duraa dhufee, ‹Goofta'aa! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen kudhan bu'aa buuse› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Tajajilaan jalqabaa dhiyaatee, ‹yaa Gooftaa! Saantibiin worqqi'ii ka natti kennite kunoo, saantibii worqqi'ii kudhan buufadhee jira› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan duraa dhufee, ‹Gootta'a, saantimii worqi'ii ta ati natti kenniteen, saantimii worqi'ii harka kudhan buufadheera› jedheen.