Luke 19:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootichi isaan, ‘Tajaajilaa kiyya dansa'a, dansaa goote! Waan akka malee diqqoo irratti waan addatanteef, ani qachoota gugurdoo kudhan irratti itti gaafatamummaa si'iif hin kenna’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Aka dansa tolchite, atini garbicha dansa! Waan atini nama d'uga taate waan diqo guuteefi dira kud'ani mohad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyichii, ‘Akka dansaa tolchitee, atin hojjataa dansaa! Waan nama dhugaa taatee waan diqqqoo guutteef dira kudhan moohadhu’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, ‹Ati hojjataa misha'a; waan diqqoo irratti waan amanamteef, qachoota kudhanii irratti baallii siif kenneera› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, ‹Ati hojjataa misha'a, waan diqqoo irratti waan amanamteef, qachoota kudhanii irratti baallii siif kenneera› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gooftaan isaa'llee, ‹ati tajaajilaa mishaa nana! Waan mishaa raawwattee jirta, waan diqqo'oon waan amanamiteef ani ammoo magaalota kudhanii irratti aangoo siif kennee jira› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi isaan, ‹Tajaajilaa kiyya dansa'a, dansaa goote! Waan akka malee diqqoo irratti waan addatanteef, ani qachoota gugurdoo kudhan irratti itti gaafatamummaa si'iif hin kenna› jedhe.