Luke 19:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan lammeesso'oolle dhufee, ‘Gootta'a, saantimii worqi'ii ta ati anatti kenniteen harka shan buufadheera’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi lameeso d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, shilingiini tante la maro shani d'alte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii lameessoo dhufee, ‘Aabboo, qarshii tantee ta atin na kenniteen hojjadhee la marroo shan dhalte’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka lammeesso'oollee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen shan bu'aa buufadheera› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka lammaffa'aallee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen shan bu'aa buufadheera› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Tajaajilaan lammaffaa'llee dhiyaatee, ‹yaa Gooftaa! Saantibiin worqqi'ii ka natti kennite kunoo! Saantibii worqqi'ii shan buusee jira› ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan lammeesso'oolle dhufee, ‹Gootta'a, saantimii worqi'ii ta ati natti kenniteen harka shan buufadheera› jedhe.