Luke 19:2 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi Zakkewoos jedhamu tokko achi jiraayyu. Inni mootii worra qaraxa guuruutii fi nama dureessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama tokoti jira ka Zakayo jed'ani; inni gudda worra damoosa guuruti, ammalle dureesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama Zakewos jedhan tokkotti achi jira, innii guddaa warra qaraxa guuruuti, ammallee dureessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee itti gaafatamaa worra qaraxa wolitti qabanii Zakkiwoos ka jedhamu, namicha dureessa'atu jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Zakkewoos jedhamu tokko achi jiraayyu. Inni mootii worra qaraxa guuruutii fi nama dureessa.