Luke 19:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba tajaajilaan dhibiin dhufee, ‘Gootta'a, saantimiin worqi'ii teeti kunoo ti; hoccu'uun maree dhosseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi sadeeso d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, ilaali, shilingiini tante tana; bututuuni hid'e olkaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii sadeessoo dhufee, ‘Aabboo laal, waan atin nama naasuu hinqamne ka waan namaa fudhatu, ka oobruu namaa muratu taateef, si sodaadhee bututtuun hidhee olka'ee qarshiin tantee tanaa’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraallee dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii tee xaaqa'aan maree si sodaadhee siin eege.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraallee dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii tee xaaqa'aan maree si sodaadhee siin eege.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Tajajilaan bira'aa'llee dhiyaatee akkana ni jedhe, ‹yaa Gooftaa! Qarshiin natti kennite kunoot, subbe'etti guduunffee kaayee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tajaajilaan dhibiin dhufee, ‹Gootta'a, saantimiin worqi'ii teeti kunoo ti; hoccu'uun maree dhosseera.