Luke 19:21 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati nama hamaa waan teeteef ani si sodaadhe. Ati waan hin kuufatin fudhata, waan hin facaasinille haammatta’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si sodaad'e, atini naasu inqabdu. Waan biyya fud'atta oobru biyya muratta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ati nama garaa jabaatu taateef, ati waan namatti hin kennine nama irraa fudhatta. Waan hin facaafne haamattaa hoo'u!› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ati nama garaa jabaatu taateef, ati waan namatti hin kennine nama irraa fudhatta. Waan hin facaafne haamattaa hoo'u› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwadheef, ati waan hin kaayin ka fudhattu, waan hin facaasin'llee ka wolitti qabattu, nama hamaa ta'uu kee beekee waan si sodaadheef› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati nama hamaa waan teeteef ani si sodaadhe. Ati waan hin kuufatin fudhata, waan hin facaasinille haammatta› jedhe.