Luke 19:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan isaa, isaan, ‘Tajaajilaa hama'a! Waanuma ati dubbatteen sitti mura. Ani nama hamaa akka te'e, waan hin kuufatin ka fudhadhu, waan hin facaasin ka haammadhu akka te'e eega beettee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, atini garbicha hama! Anini jecha kanketiini wollaala siti mura! Atini aka anini nasu inqamne, ka waan biyya fud'atu, mid'aani biyya muratu, imbeeta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, ‘Atin hojjataa hamaa! Anin jecha keetiin wallaala sitti mura! Ati akka anin naasuu hinqabuu waan namaa fudhadhee, midhaan namaa muradhu yo beettee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati bada, ‹Hojjataa hamaa'a; dubbima keetiin sitti murteessa. Ani akka nama badaa uduu hin kennine gaafadhu; uduu hin facaasin haamadhu akka ta'e eega beette,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati bada, ‹Hojjataa badaa waanuma afaan kee dubbateen sitti murteessa. Ani akka nama badaa uduu hin kennine gaafadhu uduu hin facaasin haamadhu akka ta'e eega beette,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gooftaan isaa'llee, ‹ati tajajilaa badaa nana! Haasaya keetiin si'itti ni murtteessa, ani waan hin kaayin ka fudhadhuu fi waan hin facaasin'llee ka wolitti qabadhu, nama gara jabeessa ta'uu kiyya beekitee jirrta,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan isaa, isaan, ‹Tajaajilaa hama'a! Waanuma ati dubbatteen sitti mura. Ani nama hamaa akka te'e, waan hin kuufatin ka fudhadhu, waan hin facaasin ka haammadhu akka te'e eega beettee,