Luke 19:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
beesee tiyya worra dhalaan liqeeffatutti maaf hin kennine ree? Silaa yennaa deebi'e, dhala woliin hin fudhadhaayyu’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi hori kiyya fulla inni wo na daruufi olinkayiini re? Yo akasi taate, anini hojja galu, sila hori kiyyafi waan ira d'ufa woliini fud'ad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaf horii kiyya fulaa innii wa naa daruufii ol hinka'iin ree? adoo silaa akkas tolichitee, anin yo galu, horii kiyyaa fi waan irra dhufaallee waliin fudhadhaa’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Birrii kiyya worra dhalaan liqeeffatanitti maaf naa hin kennine ree? Silaa hennaa deebi'e birrii kiyya dhala woliin fudhadha› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Birrii kiyya worra dhalaan liqeeffatanitti maaf naa hin kennineree? Silaa hennaa deebi'e birrii kiyya dhala woliin fudhadha› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eegasuu qabeenna kiyya bakka bu'aa itti naaf argamisiiu maali'iif naa hin oolichin ture? Deebi'ee yoo dhufutti bu'aa woliin ni fudhadha ture› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
beesee tiyya worra dhalaan liqeeffatutti maaf hin kennine ree? Silaa yennaa deebi'e, dhala woliin hin fudhadhaayyu› jedhe.